You are using an outdated browser. Please upgrade your browser to improve your experience.
Macaafa Qulqulluu

Macaafa Qulqulluu

Macaafa Qulqulluu

Macaafa Qulqulluu

by Robsan Mako
Macaafa Qulqulluu
Macaafa Qulqulluu
Macaafa Qulqulluu

What is it about?

Macaafa Qulqulluu

Macaafa Qulqulluu

App Details

Version
2.0
Rating
(4)
Size
76Mb
Genre
Books Reference
Last updated
June 4, 2020
Release date
January 12, 2020
More info

App Screenshots

Macaafa Qulqulluu screenshot-0
Macaafa Qulqulluu screenshot-1
Macaafa Qulqulluu screenshot-2
Macaafa Qulqulluu screenshot-3
Macaafa Qulqulluu screenshot-4
Macaafa Qulqulluu screenshot-5
Macaafa Qulqulluu screenshot-6
Macaafa Qulqulluu screenshot-7
Macaafa Qulqulluu screenshot-8
Macaafa Qulqulluu screenshot-9

App Store Description

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1988 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako

Developed by Waktola Merdassa
waktolam@gmail.com
Amajji, 2020

Disclaimer:
AppAdvice does not own this application and only provides images and links contained in the iTunes Search API, to help our users find the best apps to download. If you are the developer of this app and would like your information removed, please send a request to takedown@appadvice.com and your information will be removed.